Dhimma ijoo ta'etti seeni

Nama Akkamiin Michuu Godhachuu Qaba?

Nama Akkamiin Michuu Godhachuu Qaba?

Shaakala kana fayyadamuudhaan ijoolleen keessan gumii keessaa michoota akka argatan gargaaraa.

Warra kan taatan ijoollee keessanii wajjin Fakkeenya 3:20 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.

Shaakala kana buufadhaatii maxxanfadhaa.

Michoota gaarii argachuuf naannoo keenya sirriitti ilaaluu qabna. Namoota kaardicharratti tarreeffaman gumii keessaa filachuudhaan marii akka waliin jalqaban ijoollee keessan gargaaraa. Obboleessa ykn obboleettii tokkoof kaardicha kennaatii gaaffilee tarreeffaman keessaa tokko akka deebisan godhaa. Waaʼeesaanii wanta haaraa tokko barachuun marii michummaa baayʼee gaarii taʼe jalqabuuf gaarii dha!

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

GILGAALOTA MICHUU YIHOWAA TAʼI

Poostarii: Nama Akkamiin Michuu Godhachuu Qaba?

Poostarii kana piriintii godhiitii kaaʼadhu.

MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN

Michoota Yihowaa Irraa Baradhu​—Gilgaalawwan

Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.

BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU

Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee

Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.