Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Burkiinaa Faasoo

Odeeffannoo Gabaabaa—Burkiinaa Faasoo

  • 22,721,000—Baayʼina uummataa
  • 1,986—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 50—Gumiiwwan
  • 1 nama 12,470f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Afriikaa Lixaa

Obboloonni tokko tokko Awurooppaadhaa gara Afriikaa Lixaa deemuuf kan isaan kakaase maalidha? Buʼaa akkamii argatan?

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Waaqayyotti Dhihaachuun Koo Gaarii Naaf Taʼe

Saaraa Maayigaan waggaa sagalitti karaa qaamaa guddachuu kan dhaabde taʼus, karaa hafuuraa guddachuu hin dhaabne.

Dabalataan Ilaali