Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Koot Diivuwaar

  • Abiijaan, Koot Diivuwaar—Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu kennaa jirti

Odeeffannoo Gabaabaa—Koot Diivuwaar

  • 29,389,000—Baayʼina uummataa
  • 12,712—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 227—Gumiiwwan
  • 1 nama 2,436f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru

Obboleettonni qeenxeen biyya alaatti tajaajilan, jalqaba irratti biyya alaa deemuu sodaatanii turan. Ija jabina kan argatan akkamitti? Achitti hoo maal baratan?