Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Kirooshiyaa

  • Zaagreeb, Kirooʼeeshiyaa​—Daandii Eliitisaa jedhamurratti Masaraan Eegumsaa utuu raabsamuu

  • Zaagreeb, Kirooʼeeshiyaa—Tiraaktiin Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya? jedhu yommuu raabsamu

  • Zaagreeb, Kirooʼeeshiyaa—Ergaa abdii Kitaaba Qulqulluu qabate yeroo lallaban

  • Puulaa, Kirooʼeeshiyaa—Tiraakti Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda? jedhu mana tiyaatiraa guddaa Roomaa biratti yeroo raabsamu

Odeeffannoo Gabaabaa—Kirooshiyaa

  • 4,038,000—Baayʼina uummataa
  • 4,687—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 57—Gumiiwwan
  • 1 nama 870f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu