Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Yaap

  • Gol, Yaap, Maayikrooneeshiyaa—Baankii maallaqa dhagaa biratti birooshura Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe kennaa jiru.

Odeeffannoo Gabaabaa—Yaap

  • 11,000—Baayʼina uummataa
  • 36—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1—Gumiiwwan
  • 1 nama 355f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

Dabalataan Ilaali