MASARAA EEGUMSAA Lakk. 6 2016 | Mulʼatawwan Addunyaa Hafuuraa

Kitaaba Qulqulluutti fayyadamanii wantoota ijaan hin mulʼanne hubachuu.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Gaaffii Qaamota Addunyaa Hafuuraa Keessa Jiran Ilaalchisee Kaʼu

Gaaffii Qaamota Addunyaa Hafuuraa Keessa Jiran Ilaalchisee Kaʼu

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Mulʼatawwan Qaamota Iddoo Ijaan hin Argamne Jiranii

Kitaabni Qulqulluun waaʼee Yihowaa, Yesuusii fi maleekota amanamoo taʼanii maal ibsa?

Simbirroota Samii Irraa Maal Baranna?

Simbirroonni hojii harka Waaqayyoo mulʼisuu qofa utuu hin taʼin, wanta barbaachisaa taʼe irratti akka xiinxallu nu jajjabeessu.

Lefeevir Detaappil—Namoonni Hedduun Dubbii Waaqayyoo Akka Beekan Barbaade

Mormiin isa irra gaʼus galma isaa kana irra gaʼuuf kan carraaqe akkamitti?

SEENAA JIREENYAA

Namni Harka hin Qabne Tokko Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Fudhate

Dargaggeessi tokko balaa cimaan kan isa irra gaʼe taʼus, sababa Waaqayyotti itti amanu argateera.

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Waaqayyo kadhannaa kee ni dhagaʼaa? Deebii hoo sii kennaa?

Wantoota garabiraa

Diyaabiloosiin kan Uume Waaqayyo Dhaa?

Seexanni eessaa dhufe? Yesuus, Diyaabiloosiin “dhugaatti jabaatee hin dhaabanne” kan jedhe maaliif akka taʼe baradhu.