MASARAA EEGUMSAA Onkoloolessa 2015 | Yaaddoo Moʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman balaanii fi rakkinni hedduun isaan irra gaʼaa kan jiru taʼus, akka warra kaanii yaaddoo guddaa keessa hin galan. Maaliif?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Yaaddoon Bakka Hunda Jira!

Qorannaan godhame yaaddoon salphaa taʼe illee carraa namni tokko yeroo malee duʼuudhaaf qabu akka dabalu ibseera. Akkamitti yaaddoo moʼuu dandeessa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaʼee Qarshii Yaaddaʼuu

Namni tokko yeroo gatiin wantoota buʼuuraa harka biliyoona tokkoo ol dabaletti illee wanta maatii isaatiif barbaachisu dhiheesseera.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaʼee Maatii Yaaddaʼuu

Seenaa dubartii, ganamuu, dandamachuu fi amantiin maal akka taʼe barachuu ishii ibsu.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaʼee Balaa Yaaddaʼuu

Waraana, yakka, faalama, jijjiirama qilleensaa fi dhukkuba daddarbaa moʼuu kan dandeessu akkamitti?

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

‘Ani Israaʼeliif Haadha Taʼee Kaʼeera’

Seenaan Kitaaba Qulqulluu waaʼee Deboraa dubbatu waaʼee amantii fi ija jabinaa maal nu barsiisa?

Waaqayyootti Mufattee Jirtaa?

‘Waaqayyo kun akka ana irra gaʼu maaliif heyyame?’ jettee gaafattee beektaa?

Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu

Raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu kan nu fayyadan akkamitti?

Wantoota garabiraa

Maddi Haaloowiinii Maalidha?

Aadaa fi barsiifati Haaloowiinii waaqolii tolfamoorraa dhufuunsaa miidhaa fidu qabaa?