Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2021-2022 Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
Amantii Keessan Cimsadhaa!
Sagantaa ganamaa fi waaree boodaa walgaʼii aanaa kan bakka buʼaan waajjira damee irratti argamu.
Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
Deebiin gaaffiiwwan kanaa walgaʼii aanaa kana irratti ibsama.