Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Odeeffannoo

Odeeffannoo

Cuuphaa Kaadhimamtoonni cuuphaa sagantaa Sanbadduraa ganamaa booda cuuphamuu akka dandaʼaniif jaarsoliin keessan akkuma haala naannichaatti qophii mijataa ni godhu.

Buusii Walgaʼiin naannoo kun afaan 500 oliin hiikama. Buusiin isin fedhiidhaan gootan hojii addunyaa maratti raawwatamu kana deggeruuf oola. Weebsaayitii donate.mr1310.com ilaaluudhaan intarneetiidhaan buusii gochuu dandeessu. Buusii gootan hundumaaf guddaa isin galateeffanna. Qaamni Ol Aanaan, deggersa hojii Mootummichaatiif gaarummaadhaan gootaniif guddaa isin galateeffata.

Qaama Ol Aanaa Dhugaa Baatota Yihowaatiin kan Qophaaʼe

© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania