Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa

Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa

Yeroo rakkisaa gaaʼelaafi maatiirra dhiibbaan gaʼaa jiru kanatti maatiidhaan gammachuu argachuun ni dandaʼamaa? Kun salphaa miti. Haataʼu malee, gama kanaan gargaarsa argachuun ni dandaʼama. Birooshurri kun qajeelfama gaaʼelaaf gargaaru hunda kan qabate taʼuu baatus, seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu barbaachisoo taʼaniifi yaadawwan hojiirra ooluu dandaʼan qabateera. Wantoota kana akka gaariitti hojiirra oolchuun, maatii keessaniif gammachuu argamsiisa.