Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 147

Bara Baraaf Jiraachuuf Abdii Qabna

Bara Baraaf Jiraachuuf Abdii Qabna

(Faarfannaa 37:29)

  1. 1. Waaqni abdii nuu kenneera

    Bara baraaf jiraanna.

    Garraamonni ni lalisu.

    Kun ni raawwatama.

    (BUUSAA)

    Bara baraaf turra.

    Kanaaf ni carraaqna.

    Kun abdii dhugaa dha;

    Taʼee argina.

  2. 2. Jannanni mudaaʼn qabaatu;

    Ni arganna birmaduu.

    Qajeelfama Yihowaatiin,

    Nagaa taʼa hunduu.

    (BUUSAA)

    Bara baraaf turra.

    Kanaaf ni carraaqna.

    Kun abdii dhugaa dha;

    Taʼee argina.

  3. 3. Namoonni duʼan ni kaʼu,

    Hin gaddinu matumaa.

    Yihowaan jaalalasaatiin,

    Ni haqa imimmaan.

    (BUUSAA)

    Bara baraaf turra.

    Kanaaf ni carraaqna.

    Kun abdii dhugaa dha;

    Taʼee argina.