Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 25

Qabeenya Adda Taʼe

Qabeenya Adda Taʼe

(1 Pheexiros 2:9)

  1. 1. Waaqni uumama haaraa,

    Ilmaan hafuuraan dibe,

    Nama keessaa filatee

    Jaalalaan simate.

    (BUUSAA)

    Qabeenya addaa ti,

    Saba maqaa keef taʼu.

    Jaalalaan si faarsu;

    Tokkummaadhaan waaʼee kee labsu.

  2. 2. Saba qulqullaaʼaa dha,

    Dubbii dhugaa barsiisa.

    Ni ibseefi Yihowaan

    Ifa dinqisiisaa.

    (BUUSAA)

    Qabeenya addaa ti,

    Saba maqaa keef taʼu.

    Jaalalaan si faarsu;

    Tokkummaadhaan waaʼee kee labsu.

  3. 3. Akkuma ajajaman,

    Hoolota kaan sassaabu.

    Yesuusiif amanamu.

    Isaaf ajajamu.

    (BUUSAA)

    Qabeenya addaa ti,

    Saba maqaa keef taʼu.

    Jaalalaan si faarsu;

    Tokkummaadhaan waaʼee kee labsu.