Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 49

Yihowaa Gammachiisuu

Yihowaa Gammachiisuu

(Fakkeenya 27:11)

  1. 1. Waaqa keenya isa guddaa,

    Ogummaadhaan siif hojjenna;

    Taanaan gaʼee ni qabaanna,

    Si gammachiisuu dandeenya.

  2. 2. Garbichi kee kan lafarraa,

    Ulfina kee labsaa jira;

    Yeroosaatti nyaata kenna,

    Kanaan jabina arganna.

  3. 3. Amanamoo akka taanu,

    Firii hafuuraa ʼkka horru,

    Gaaf hunda si gammachiisuuf

    Hafuura kee haa argannu.

(Dabalataan, Mat. 24:45-47; Luq. 11:13; 22:42 ilaali.)