Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 77

Ifa Addunyaa Dukkanaaʼaa Keessatti Ifu

Ifa Addunyaa Dukkanaaʼaa Keessatti Ifu

(2 Qorontos 4:6)

  1. 1. Guyyoota dukkanaa kanattʼ

    Ifa argaa jirra.

    Dukkanni nurraa ni darba,

    Yeroonsaa gaʼeera.

    (BUUSAA)

    Ifa ergaan keenya,

    Dukkana keessaa ifa;

    Abdii namaa kenna.

    Sirni kun ni darba;

    Addunyaa haaraan dhufee

    Fida eebba.

  2. 2. Dammaqsaa kan rafaa jiran,

    Waan hin jirreef yeroon.

    Isaan haa jajjabeessinu.

    Hundaaf haa kadhannu.

    (BUUSAA)

    Ifa ergaan keenya,

    Dukkana keessaa ifa;

    Abdii namaa kenna.

    Sirni kun ni darba;

    Addunyaa haaraan dhufee

    Fida eebba.