Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 85

Wal Simadhaa

Wal Simadhaa

(Roomaa 15:7)

  1. 1. Simannaa goona kan as dhuftaniif

    Dubbiif daandii Waaqaa barachuuf.

    Dhugaa jireenya kennu arganne;

    Affeerriisaa fudhanna galateeffannee.

  2. 2. Obboloota nu simatan kanaaf

    Yihowaa ni galateeffanna.

    Dhiirota kana baayʼee jaallanna;

    Nutis warra as dhufan kaan ni simanna.

  3. 3. Waamichi Waaqaa hunda haa gaʼu,

    Garraamiin dhugaa haa dhagaʼu.

    Waaqni nu harkise Ilmasaatiin.

    Nus wal haa simannu jaalala dhugaadhaan.

(Dabalataan, Yoh. 6:44; Filp. 2:29; Mul. 22:17 ilaali.)