Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 93

Walgaʼii Keenya Nuu Eebbisi

Walgaʼii Keenya Nuu Eebbisi

(Ibroota 10:24, 25)

  1. 1. Yaa Yihowaa nu eebbisi,

    Walgaʼii yeroo goonu.

    Qophii kanaaf galatoomi;

    Hafuura haa argannu.

  2. 2. Karaa hundaan nu calali;

    Dubbii kee nu barsiisi.

    Dhugaa baʼuu nu leenjisi;

    Jaalala nuu guddisi.

  3. 3. Walgaʼii keenya eebbisi;

    Haa qabaannu tokkummaa.

    Kan si guddisu haa taʼu

    Dubbii fi gochi keenya.

(Dabalataan, Far. 22:22; 34:3; Isa. 50:4 ilaali.)