Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 98

Kitaabni Qulqulluun Hafuuraan Barreeffame

Kitaabni Qulqulluun Hafuuraan Barreeffame

(2 Ximotewos 3:16, 17)

  1. 1. Dubbiin Waaqaa ija bana,

    Ifa godha dukkana.

    Yeroo hundumaa hordofnaan,

    Bilisa nu baasa dhugaan.

  2. 2. Hafuuraan nuuf barreessise,

    Waan nurraa fedhu ibse.

    Dubbichi nama kakaasa;

    Wanta hedduu nu barsiisa.

  3. 3. Dubbii Abbaa biraa dhufeen,

    Jaalalasaa hubanne.

    Daandii Waaqaarraa hin gorru,

    Guyyaa hunda yoo dubbisne.

(Dabalataan, Far. 119:105; Fak. 4:13 ilaali.)