Ittiin lixa tajaajilaa

Viidiyoowwan maree Kitaaba Qulqulluu jalqabuuf qophaaʼan.

Viidiyoo Birooshura Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa Jedhamu Beeksisu

Gaaʼelaa fi maatii irra dhiibbaan ni gaʼa. Kitaabni Qulqulluun wanta maatiin gammachuu akka qabaatu godhu ibsa.

Misiraachoo Dhagaʼuu ni Barbaaddaa?

Kitaabni Qulqulluun Roomaa 10:15 irratti ‘Misiraachoon wantoota gaggaarii’ akka dhufu dubbata. Misiraachoon kun maatii gammachiisaa, michummaa dhugaa fi nagaa keessaa siif argamsiisa.

Namoonni Duʼan Abdii Qabuu?

Kitaabni Qulqulluun namoota si jalaa duʼan asuma lafa irratti ija keetiin deebitee akka argitu waadaa galeera.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu?

Namoonni baayʼeen dhugaa baatonni Yihowaa eenyu akka taʼan beekuu barbaadu. Isaanuma irraa waaʼee isaanii caalaatti beekuuf yaali.