Dhimma ijoo ta'etti seeni

Walqunnamtii Saalaa

Walqunnamtiin saalaa wanta hamaa taʼe miti, haa taʼu malee fedhii saalaa keenya toʼachuu qabna. Addunyaa walqunnamtii saalaan guutame keessatti akkas gochuu kan dandeenyu akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Saalqunnamtiin Afaaniin Godhamu Dhugumaan Saalqunnamtii Jedhamaa?

Namni saalqunnamtii afaaniin raawwatamu raawwate saalqunnamtii raawwatee hin beeku jedhamu dandaʼaa?

Saala Wal Fakkaatu Wajjin Saalqunnamtii Raawwachuun Dogoggoraa?

Kitaabni Qulqulluun namoonni saala wal fakkaatu wajjin saalqunnamtii raawwatan gadhee akka taʼan barsiisaa? Kiristiyaanni tokko nama saala akkuma isaa qabuuf fedhii saalaa kan qabu yoo taʼe Waaqayyoon gammachiisuu ni dandaʼaa?

Namni Anaa Wajjin Saala Wal Fakkaatu Qabu na Hawwata— Ani Geeyii Dha Jechuu Dhaa?

Saala wal fakkaatu gidduutti saalqunnamtii raawwachuuf hawwuun dogoggoraa? Maal gochuun qaba?

Qulqullummaa Ofii Eeggachuu

Dhiibbaa Saalqunnamtii Akkan Raawwadhu Na Irra Gaʼu Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Waaʼee saalqunnamtii ilaalcha dogoggoraa fi dhugaa jiru ilaali. Mata dureen kun murtoo sirrii gochuuf si gargaara.

Dhiibbaa Gaaʼela Dura Saalqunnamtii Akkan Raawwadhu Narra Gaʼu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Qajeelfamni Kitaaba Qulqulluu sadii qorumsa si irra gaʼu dandamachuuf si gargaara.

Durbummaa Koo Eeguuf Kakuu Galuun Qabaa?

Gaaʼela godhachuu kee dura saalqunnamtii irraa akka fagaattu si gargaaruu dandaʼaa?

Ergaawwan Fedhii Saalaa Kakaasan Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?

Ergaa fedhii saalaa kakaasu akka ergitu dhiibbaan si irra ga’aa jiraa? Ergaa fedhii saalaa kakaasu erguun miidhaa akkamii qaba? Kolomsuu miidhaa hin geessisne qofadhaa?

Araada Poornoogiraafiitiin Yoon Qabame Maalan Godha?

Kitaabni Qulqulluun poornoogiraafiin maal akka taʼe hubachuuf si gargaaruu dandaʼa.