Dhimma ijoo ta'etti seeni

Kitaabni Qulqulluun Kitaaba Faranjootaatii?

Kitaabni Qulqulluun Kitaaba Faranjootaatii?

Deebii Kitaaba Qulqulluu

 Kitaaba Qulqulluu kan barreessan warra Awurooppaa miti. Namoonni Waaqayyo Kitaaba Qulqulluu barreessisuuf itti fayyadame hundi namoota Eeshiyaa ti. Kitaabni Qulqulluun sanyiin tokko isa kan biraa caala yaada jedhu hin deeggaru. Siruma iyyuu akkana jedha: ‘Waaqayyo namoota wal hin caalchisu; kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.’—Hojii Ergamootaa 10:34, 35.