Dhimma ijoo ta'etti seeni

Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Namootatti Himuu

Muuxannoowwan Dhugaa Baatonni Yihowaa yommuu Dubbii Waaqayyoo fi ergaa dhugaa Kitaaba Qulqulluu hamma isaaniif dandaʼame namoota hedduutti himan argatan dubbisi.

Bilbila Uummataatti Fayyadamanii Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Geggeessuu

Daayaan naannoo fagoo ibsaan ykn Intarneetiin hin jirretti qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu hedduu jalqabsiisuu kan dandeesse akkamitti?

Buʼaan Isaa Baayʼee Ishii Dinqisiiseera

Deziikaar haati qeenxeen Veenzuweelaa jiraattu, yeroo weerara dhibee KOOVIID-19​tti akka haala isaatti jijjiiruudhaan milkaaʼina kan argatte akkamitti?

Xalayaawwan Ishiitiif Bakka Guddaa Kennaniiru

Xalayaadhaan lallabuun buʼaawwan gaggaarii tokko tokko akkamii argamsiisa?

“Bilbila Kee Eegaan Ture”

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko bilbilaan lallabuuf ija jabina argachuun isaanii kan isaan gammachiise maaliifi?

Gargaarsa Namoota Hospitaala Keessaa Hojjetanii fi Dhiphataniif Taʼu

Narsoonnii fi hojjettoonni hospitaala tokko keessaa hojjetan yeroo dhibee golfaa Kooviid-19 kanatti gargaarsa jajjabina isaaniif kennu argachuu kan danda‵an akkamitti?

Yeroo Weerara Dhibeetti Lallabuu Isaanii Itti Fufaniiru

Obboloonnii fi obboleettonni ergaa Kitaaba Qulqulluu jajjabina kennu namootaaf hiruuf malawwan ittiin tajaajilan jijjiiraniiru; gammachuu isaanii eeguu fi ilaalcha sirrii qabaachuus dandaʼaniiru.

Buskutii Saroota Kootiif Kenname

Hiriyoonni gaaʼelaa lallaba addabaabayiirratti hirmaachaa jiran tokko namicha tokkotti qofa utuu hin taʼin saroota isaattis gaarummaa argisiisaniiru. Maarree buʼaa akkamiitu argame?

Lolaa Misiraachoo Fide

Bokkaan cimaan erga roobee booda jiraattonni Nikaaraaguwaa iddoo hin eegamne irraa gargaarsa argatan.

Kadhannaan Dubartii Qaro Dhabeettii Tokkoo Deebii Argate

Miinjeen Kiristiyaanota Dhugaa Argachuuf kadhatte. Kadhannaan ishii deebii akka argate akka ishiitti dhagaʼamu kan godhe maali?

Namni Kitaaba Qulqulluu Qoʼatu Tokko Baayʼee Taʼe

Dhugaa Baatonni Yihowaa Guwaatimaalaa keessa jiran Dhugaa Kitaaba Qulqulluu namoota Afaan Keekichii dubbatan hedduutti himuu dandaʼaniiru.

Lubni Tokko Deebii Argate

Ilmi isaanii dhukkubsatee erga duʼee booda, lubni tokkoo fi haati manaa isaa garmalee booʼan. Taʼus, yeruma sana duʼa ilaalchisee gaaffii isaaniitiif Kitaaba Qulqulluu irraa deebii quubsaa argatan.

Laga Maaroonii Irra Ol Deemuu

Gareen Dhugaa Baatotaa 13 taʼan, ergaa Kitaaba Qulqulluu abdii qabate namoota Kibba Ameerikaa bosona Amaazoon keessatti argamanitti himuuf imalan.

Poolisoonni Joosefiin Geggeessan

Poolisoonni Dhugaa Baatonni Yihowaa misiraachoo Mootummichaa odola xinnoo keessatti akka lallaban kan gargaaran akkamitti?

Isa Gargaaruuf Itti Goran

Dargaggoonni shan cabbii fi qorra keessa nama gargaaruuf kan murteessan maaliifi?

‘Gocha Xinnoo Amanamummaa Argisiisu’

Dhugaa Baatuun Yihowaan tokko Afriikaa kibbaatti boorsaa fi boorsaa qarshii mana buna keessattii irraanfatame maaliif carraaqqii guddaa akka taasiste hubadhu.

“Yihowaa Tajaajiluuf Wantan Dandaʼu Hunda nan Godha”

Iirmaan umuriin ishii gara waggaa 90 taʼus, xalayaawwan ishii Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan garaa namoota xalayaawwan kana dubbisanii tuqeera.

Akka Isaan Jaallattu Isaanitti Himi

Kitaabni Qulqulluun maatiiwwan hariiroo gaarii fi gammachiisaa akka qabaatan kan gargaaru akkamitti akka taʼe baradhu

“Tooftaa Barsiisuu Haaraa Dha!”

Viidiyoowwan weebsaayitii jw.org irratti baʼan xiyyeeffannaa barattootaa, barsiisotaa fi namoota kaanii harkisaa jiru.

Gocha Gaarummaa Kiristiyaana Tokkoo

Gochi gaarummaa tokko namni mormu tokko dhugaa Kitaaba Qulqulluutiif fedhii akka qabaatu kan gargaare akkamitti?

Gonkumaa Abdii Hin Kutatin!

Namni tokko dhumarratti dhugaa fudhachuu waan dandaʼuuf abdii kutachuu hin qabdu. Namoonni tokko tokko maal akka godhaniifi maaliif akkas akka godhan dubbisi.

Huldaan Galma Ishiirra Geesse

Huldaan taableetii tajaajilaa fi walgaʼiidhaaf ishii fayyadu argachuu kan dandeesse akkamitti?

Duulli Karooraan Godhame Buʼaa Argamsiise

Intalli biyya Chiilii jiraattuufi umrii waggaa 10 tokko namoota mana barumsaashee keessatti argamaniifi afaan Maappudunguun dubbatan hundi sirna addaa tokkorratti akka argaman afeeruuf jecha carraaqqii guddaa isheen goote beekuuf mataduree kana akka dubbistu si afeerra.

Bifa Alaan Mulʼatu Irra Darbitee Ilaaluu ni Dandeessaa?

Dhugaa Baatuun Yihowaa tokko nama karaa irra jiraatuu fi namaa wajjin walii hin galle tokko obsaan haasofsiisuu isaatiin buʼaa akkamiitu argame?