Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 6 2017 | Kennaan Hunda Caalu Maali Dha?

MAAL SITTI FAKKAATA?

Uumama cufa keessatti kennaa kennuudhaan inni hunda irra caalu eenyu dha?

“Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa, jechuunis Abbaa ifa samii . . . biraa gad buʼa.”Yaaqoob 1:17.

Masaraan Eegumsaa kun kennaa Waaqayyoo isa hunda irra caalu akka dinqisiifannu nu gargaara.

 

MATA DUREE FUULA JALQABAA

“Kennaan Hanga Harʼaatti Argadhe Keessaa Isa Hunda Caalu Dha”

Kennaa dhugumaan dinqisiifamu kennuu ykn fudhachuu kan dandeessu akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Carraaqqii Kennaa Hunda Caalu Kennuuf Godhamu

Kennaa nama tokkoof taʼu barbaadanii argachuun salphaa taʼuu dhiisuu dandaʼa. Sababiin isaas, gatiin kennaan sun qabu nama kennaa sana fudhatuun madaalama.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kennaan Hunda Caalu Maalii Dha?

Kennaa Waaqayyo ilmaan namootaatiif kenne hunda keessaa kan hunda caalu tokko jira.

Yesuus Dhugumaan Maal Fakkaata Ture?

Fakkiin Yesuus hojiiwwan artistoonni jaarraawwan darbanitti hojjetan baayʼee keessatti ni argama. Haa taʼu malee, bifa ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal ibsa?

Dogoggoraaf Ilaalcha Sirrii Qabaachuu

Umuriin keenya maal iyyuu yoo taʼe, hundi keenya dogoggora ni raawwanna. Dogoggora yommuu raawwannu maal gochuu dandeenya?

Kitaabni Qulqulluun Akkas kan Baayʼate Maaliifi?

Dhugaa sababii guddaa hiikkaan Kitaaba Qulqulluu adda addaa itti jiraate beekuuf si gargaaru.

Kiristiyaanonni Ayyaana Qillee Kabajuu Qabuu?

Namoonni Yesuusitti dhihaatan Ayyaana Qillee kabajanii turanii?

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Jechi Armaagedoon jedhu kan nama sodaachisu taʼus, dhugumaan jechi kun maal argisiisa?

Wantoota garabiraa

Dhugaa Baatonni Yihowaa Guyyaa Dhalootaa Yesuus Kiristos Kan Hin Kabajne Maaliifi?

Namoonni hedduun madda isaa utuu beekanii guyyaa dhalootaa Yesuus kabaju. Dhugaa Baatonni Yihowaa kan hin kabajne maaliif akka taʼe baradhu.