Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Xalayaa Warra Qorontosiif Barreeffame Isa Lammaffaa

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Nagaa dhaamuu (1, 2)

    • Waaqni rakkina hundumaa keessatti nu jajjabeessa (3-11)

    • Phaawulos karoora imalaa isaa jijjiire (12-24)

  • 2

    • Fedhii Phaawulos gammachuu akka argatan qabu (1-4)

    • Cubbamaa dhiifamni godhameefii gumiitti deebiʼe (5-11)

    • Phaawulos Xiroʼaasii fi Maqedooniyaatti (12, 13)

    • Tajaajila isa hiriira injifannoo taʼe (14-17)

      • Dubbii Waaqayyoo hin qanxabnu (17)

  • 3

    • Xalayaa deggersaa (1-3)

    • Tajaajiltoota kakuu haaraa (4-6)

    • Ulfina guddaa kakuu haaraan qabu (7-18)

  • 4

    • Ifa misiraachichaa (1-6)

      • Sammuun warra hin amannee jaameera (4)

    • Qabeenya gatii guddaa qabuu fi qodaa suphee keessa jiru (7-18)

  • 5

    • Isa samii irratti qophaaʼe sana uffachuu (1-10)

    • Tajaajila araarsuu (11-21)

      • Uumama haaraa (17)

      • Ambaasaaddaroota Kiristoos (20)

  • 6

    • Gaarummaa Waaqayyoo karaa dogoggoraatiin fayyadamuu hin qabnu (1, 2)

    • Ibsa tajaajila Phaawulos ilaalchisee kenname (3-13)

    • Gita malee walitti hin camadaminaa (14-18)

  • 7

    • Wanta xureessu irraa of qulqulleessuu (1)

    • Phaawulos Kiristiyaanota Qorontositti ni gammade (2-4)

    • Tiitoon gabaasa gaarii fide (5-7)

    • Karaa Waaqa gammachiisuun gadduu fi yaada geddarachuu (8-16)

  • 8

    • Kiristiyaanota Yihudoota taʼaniif buusii walitti qabuu (1-15)

    • Tiitoon gara Qorontositti ergama (16-24)

  • 9

    • Gorsa arjoota akka taʼan kenname (1-15)

      • Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu jaallata (7)

  • 10

    • Phaawulos tajaajila isaatiif falmate (1-18)

      • Meeshaan waraanaa keenya kan foonii miti (4, 5)

  • 11

    • Phaawulosii fi ergamoota hunda irra caalan (1-15)

    • Rakkoowwan Phaawulos ergamaa taʼuu isaatiin isa irra gaʼan (16-33)

  • 12

    • Mulʼatawwan Phaawulos arge (1-7a)

    • Qoree foon Phaawulos waraanu (7b-10)

    • Ergamoota hunda irra caalan sanaa gad miti (11-13)

    • Phaawulos warra Qorontosiif yaaddaʼe (14-21)

  • 13

    • Akeekkachiisaa fi gorsa xumuraa (1-14)

      • “Amantii keessa jiraachuu keessan beekuuf yeroo hunda of qoraa” (5)

      • Sirreeffama godhaa; yaada tokko qabaadhaa (11)