Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Hojii Ergamootaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Tewooflosiif (1-5)

    • Hanga andaara lafaatti dhugaa baʼuu (6-8)

    • Yesuus gara samiitti ol baʼe (9-11)

    • Barattoonni tokkummaadhaan walitti qabaman (12-14)

    • Maatiyaas Yihudaa akka bakka buʼu filatame (15-26)

  • 2

    • Hafuurri qulqulluun guyyaa Phenxeqosxeetti dhangalaʼe (1-13)

    • Haasaa Pheexiros (14-36)

    • Namoonni hedduun wanta Pheexiros dubbate ni fudhatan (37-41)

      • Namoonni 3,000 ni cuuphaman (41)

    • Kiristiyaanonni wanta adda addaa waliin raawwatu turan (42-47)

  • 3

    • Pheexiros kadhattuu naafa taʼe tokko fayyise (1-10)

    • Haasaa Pheexiros daandii Solomoon isa baaxii qabu irratti dhiheesse (11-26)

      • ‘Yeroo wanti hundi itti haareffamu’ (21)

      • Raajii akka Musee (22)

  • 4

    • Pheexirosii fi Yohaannis ni qabaman (1-4)

      • Lakkoofsi amantootaa dhiirota 5,000 taʼe (4)

    • Yaaʼii Saanhedriin duratti qoratamuu (5-22)

      • “Dubbachuu keenya dhiisuu hin dandeenyu” (20)

    • Ija jabina argachuuf kadhachuu (23-31)

    • Barattoonni wanta qaban waliin hiratan (32-37)

  • 5

    • Anaaniyaasii fi Saphiiraa (1-11)

    • Ergamoonni mallattoo hedduu raawwatan (12-16)

    • Hidhamuu fi hiikamuu (17-21a)

    • Ammas yaaʼii Saanhedriin duratti dhiheeffamuu (21b-32)

      • ‘Namootaaf ajajamuu irra Waaqayyoof ajajamuu’ (29)

    • Gorsa Gamaaliʼel (33-40)

    • Manaa gara manaatti lallabuu (41, 42)

  • 6

    • Dhiironni torba tajaajilaaf filataman (1-7)

    • Isxifaanos Waaqa arrabseera jedhamee himatame (8-15)

  • 7

    • Haasaa Isxifaanos yaaʼii Saanhedriin duratti dhiheesse (1-53)

      • Bara abbootii amantii (2-16)

      • Museen geggeessaa taʼe; Israaʼel waaqolii tolfamoo waaqeffate (17-43)

      • Waaqni mana qulqullummaa namni ijaare keessa hin jiraatu (44-50)

    • Isxifaanos dhagaadhaan tumame (54-60)

  • 8

    • Saaʼol isa ariʼatama geessisu (1-3)

    • Buʼaa tajaajilli Filiphoos Samaariyaatti argamsiise (4-13)

    • Pheexirosii fi Yohaannis Samaariyaatti ergaman (14-17)

    • Simoon hafuura qulqulluu bitachuuf yaale (18-25)

    • Xuʼaashii Itoophiyaa (26-40)

  • 9

    • Saaʼol daandii gara Damaasqoo geessu irratti (1-9)

    • Anaaniyaas Saaʼoliin akka gargaaru ergame (10-19a)

    • Saaʼol Damaasqootti waaʼee Yesuus lallabe (19b-25)

    • Saaʼol gara Yerusaalem dhaqe (26-31)

    • Pheexiros Eneyaasiin fayyise (32-35)

    • Dorqaan ishiin arjaa taate duʼaa kaafamte (36-43)

  • 10

    • Mulʼata Qorneelewos (1-8)

    • Pheexiros bineensota qulqulleeffaman mulʼataan arge (9-16)

    • Pheexiros Qorneelewos bira dhaqe (17-33)

    • Pheexiros saba kan biraatiif misiraachoo lallabe (34-43)

      • ‘Waaqayyo hin loogu’ (34, 35)

    • Saboonni kaan hafuura qulqulluu ni fudhatan, ni cuuphamanis (44-48)

  • 11

    • Pheexiros ergamootaaf gabaasa dhiheesse (1-18)

    • Barnaabaasii fi Saaʼol Anxokiyaa ishii Sooriyaa keessatti (19-26)

      • Barattoota yeroo jalqabaatiif Kiristiyaanota jedhaman (26)

    • Agaabos beelli akka buʼu raajii dubbate (27-30)

  • 12

    • Yaaqoob ni ajjeefame; Pheexiros ni hidhame (1-5)

    • Pheexiros dinqiidhaan hiikame (6-19)

    • Maleekaan tokko Heroodisiin rukute (20-25)

  • 13

    • Barnaabaasii fi Saaʼol misiyoonota taʼanii ergaman (1-3)

    • Qophrositti tajaajiluu (4-12)

    • Haasaa Phaawulos Anxokiyaa ishii Phisdiyaatti dhiheesse (13-41)

    • Gara saboota kaaniitti akka deeman raajiidhaan ajajaman (42-52)

  • 14

    • Guddinaa fi mormii Iqooniyumitti taʼe (1-7)

    • Lisxiraatti akka waaqoliitti ilaalaman (8-18)

    • Phaawulos dhagaadhaan kan tumame taʼus ni oole (19, 20)

    • Gumiiwwan jajjabeessuu (21-23)

    • Anxokiyaa ishii Sooriyaatti deebiʼan (24-28)

  • 15

    • Dhaqna qabaa ilaalchisee falmii Anxokiyaatti kaʼe (1, 2)

    • Gaaffii gara Yerusaalemitti geeffame (3-5)

    • Jaarsoliinii fi ergamoonni walitti qabaman (6-21)

    • Xalayaa qaama ol aanaa biraa ergame (22-29)

      • Dhiiga irraa fagaachuu (28, 29)

    • Gumiiwwan xalayaadhaan jajjabeeffaman (30-35)

    • Phaawulosii fi Barnaabaas karaa adda addaa deeman (36-41)

  • 16

    • Phaawulos Ximotewosiin filate (1-5)

    • Mulʼata namicha Maqedooniyaa (6-10)

    • Filiphisiyusitti Liidiyaan ni amante (11-15)

    • Phaawulosii fi Siilaas ni hidhaman (16-24)

    • Eegduun mana hidhaa fi namoonni mana isaa ni cuuphaman (25-34)

    • Phaawulos abbootiin taayitaa dhiifama akka isaan gaafatan gaafate (35-40)

  • 17

    • Phaawulosii fi Siilaas Tasalonqeetti (1-9)

    • Phaawulosii fi Siilaas Beeriyaatti (10-15)

    • Phaawulos Ateenaatti (16-22a)

    • Haasaa Phaawulos Ariyosfaagositti dhiheesse (22b-34)

  • 18

    • Phaawulos Qorontositti ni tajaajile (1-17)

    • Anxokiyaa ishii Sooriyaatti deebiʼuu (18-22)

    • Phaawulos gara Galaatiyaa fi Firgiyaa dhaqe (23)

    • Apholos inni dandeettii dubbachuu qabu gargaarsa argate (24-28)

  • 19

    • Phaawulos Efesoonitti; namoonni tokko tokko lammata cuuphaman (1-7)

    • Sochii Phaawulos barsiisuuf godhe (8-10)

    • Dhiibbaan jinnii jiraatus milkaaʼina argataniiru (11-20)

    • Jeequmsa Efesoonitti kaʼe (21-41)

  • 20

    • Phaawulos Maqedooniyaa fi Giriikiitti (1-6)

    • Awuxikos Xiroʼaasitti duʼaa kaʼuu isaa (7-12)

    • Xiroʼaasii gara Milexos deemuu (13-16)

    • Phaawulos jaarsolii Efesoonii wajjin wal arge (17-38)

      • Manaa gara manaatti barsiisuu (20)

      • “Kennuutu caalaatti nama gammachiisa” (35)

  • 21

    • Gara Yerusaalem imaluu (1-14)

    • Yerusaalem gaʼuu (15-19)

    • Phaawulos gorsa jaarsolii fudhate (20-26)

    • Jeequmsa mana qulqullummaa keessatti kaʼe; Phaawulos ni qabame (27-36)

    • Phaawulos uummatatti akka dubbatu ni heyyamameef (37-40)

  • 22

    • Phaawulos uummata duratti falmate (1-21)

    • Phaawulos lammii Roomaa taʼuu isaatti fayyadame (22-29)

    • Yaaʼiin Saanhedriin walitti qabame (30)

  • 23

    • Phaawulos yaaʼii Saanhedriin duratti dubbate (1-10)

    • Gooftaan Phaawulosiin jajjabeesse (11)

    • Marii Phaawulosiin ajjeesuuf godhame (12-22)

    • Phaawulos gara Qisaariyaatti geeffame (23-35)

  • 24

    • Himata Phaawulos irratti dhihaate (1-9)

    • Phaawulos Feeliksi duratti falmate (10-21)

    • Dhimmi Phaawulos waggaa lamaaf lafa irra harkifame (22-27)

  • 25

    • Phaawulos Feesxos duratti qorame (1-12)

      • “Qeesaaritti ol iyyadheera!” (11)

    • Feesxos Agriiphaa Mootichaa wajjin mariʼate (13-22)

    • Phaawulos Agriiphaa duratti (23-27)

  • 26

    • Phaawulos Agriiphaa duratti falmate (1-11)

    • Phaawulos akkaataa itti jijjiirame ibse (12-23)

    • Deebii Feesxosii fi Agriiphaan kennan (24-32)

  • 27

    • Phaawulos dooniidhaan gara Roomaa dhaqe (1-12)

    • Bubbee hamaan doonicha rukute (13-38)

    • Doonichi ni caccabe (39-44)

  • 28

    • Maaltaatti doonii irraa buʼuu (1-6)

    • Abbaan Phubliyoos ni fayye (7-10)

    • Gara Roomaa dhaquu (11-16)

    • Phaawulos Yihudoota Roomaa jiranitti dubbate (17-29)

    • Phaawulos waggaa lamaaf ija jabinaan lallabe (30, 31)