Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 12

Yihowaa, Waaqa Guddaa

Yihowaa, Waaqa Guddaa

(Baʼuu 34:6, 7)

  1. 1. Yihowaa ati Waaqa guddaa dha;

    Gaariif haqa qabeessa,

    ulfina ʼrgachuu qabda.

    Humna, jaalalaaf ogummaa qabda.

    Waaqa dha yeroo hunda.

  2. 2. Yaa Abbaa ati gara laafessa.

    Biyyoo taanus nuuf yaadda;

    kadhannaa ni dhageessa.

    Nu jiraachista, nu geggeessita!

    Yoomiyyuu nu gargaarta.

  3. 3. Samiif lafti siif kennu ulfina.

    Sagalee ol guddisna,

    bara baraaf si jajna.

    Waaqa guddaa dha, galata ʼrgadhu.

    Faaruu keenya fudhadhu.